Talk:Oromo
This disambiguation page does not require a rating on Wikipedia's content assessment scale. It is of interest to the following WikiProjects: | ||||||||||||||||||||
|
On 21 January 2023, it was proposed that this article be moved to Oromo (disambiguation). The result of the discussion was not moved. |
Finfine
[edit]Finfine is the capital city of oromia region BddGdt (talk) 19:41, 6 March 2022 (UTC)
Move discussion in progress
[edit]There is a move discussion in progress on Talk:Oromo people which affects this page. Please participate on that page and not in this talk page section. Thank you. —RMCD bot 19:45, 21 January 2023 (UTC)
Yaayaa
[edit]Yaayaa By Ramekas Yaaya jechuun qo’annoo sababeeffannaa jechuudha. Yaayan ykn sabababbeffannaan ykn Qabatameeffannan damee beekumsaa hundaaf barbaachisaa ta’us, irra caalaa damee falaasama, herregaa, fi saayinsii kompiitaraa irratti qoratama. Qabatameeffannaa bifa waliigalaa falmii, bifa falmii kamtu sirrii akka ta’ee fi kamtu dogoggora akka ta’e qorata. Dirree falaasama keessatti xiinsammuu qorannoo epistemology jalatti ramadama . Kunis kutaa "Beekumsa keenya akkamitti beekna?" Gaaffii jedhu deebisuuf yaala. Herrega keessatti "qorannoo walqabsiisaa mirkanaa'e" jedhamuun beekama.
Qabatameeffannan(logic) dhala namaa wajjin waliin jiraatus, falaasamaan Giriikii Aristootil Yaaya akka barnoota of danda’eetti banuun isaa galata guddaa qaba. Isa booda falaasamaan Morookoo jaarraa 12ffaa Avoroz Amknyo "meeshaa dhugaa fi soba adda baasuu" jedhee hiike (2). Kaan immoo sababaaf hiika adda addaa kennu. Fakkeenyaaf, Riichaard Waatliin Yaaya "aartii fi saayinsii sababeeffannaa" jechuun hiika. Akkasumas, Frege Jarmanii "Yaayan saayinsii qo'annoo seera hunda caalaa waliigalaa ti" jedheera. Ramedan Usman (talk) 15:33, 9 July 2023 (UTC)